Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
muusa'uu go.
GAO

hirriba dhabiisa irraa kan ka'e ijji walitti adeemuu.

muusessuu go.
GAO

akka muusa'u gochuu; Buna waan hindhugneef muusa'e.

muusii ma. dha.
GAO

dadhabbii yookiin dawwina qaamaa kan qabata araada yookii hojii cimina qabuun dhufu.

muusoo
GAO

"muusii" ilaalaa.

muuxa ma.
GAO

qola bofa irraa bayee lafa bu'e, qola bofaa.

muuxaa ad.
GAO

horii kotteen yookiin eegeen addaatu.

muuxachiisuu go.
GAO

akka muuxatu gochuu.

muuxachuu go.
GAO

1. qola of irraa baasuu; Kana bofatu muuxate. 2. bifni yookiin jireenyi namaa fooyya'uu, jirun namat...

muuxata bofaa
GAO

"muuxa" ilaalaa.

muuxoo
GAO

"mushurraa 2" ilaalaa.

muuxuu go.
GAO

akka muuxatu gochuu.

muuzii ma.
GAO

1. gosa warqee kan ijji isaa yammuu bilchaatu bifa gagaa cuunfamee fakkaatu, kan qolli isaa irraa qu...

muxxacha ma.
GAO

muxxee godhacha.

muxxachiisuu go.
GAO

akka muxxee baasu yookiin muxxatu gochuu, luggeessuu.

muxxachuu go.
GAO

gara mataatti qal'achuu, luggee ta'uu.

muxxee 1 ma.
GAO

waan luggee yookiin qara ta'e.

muxxee 2 ma.
GAO

1. qaama hormaata dubartii, kan alatti muxxatee bawu, yeroo baay'ee kan muramu. 2. maqaa qaama horma...

muyaa ad.
GAO

1. dubartii boosettii, kan hindhiqanne; Ijaarallii mana, mana jirtii nama" jedhe kan niitii muyaa fu...

muyachuu go.
GAO

xinnaachuu, muyaa ta'uu.

muyoo
GAO

"muyaa" ilaalaa.

Sponsors