muuxachuu go.

GAO

Hiika

1. qola of irraa baasuu; Kana bofatu muuxate. 2. bifni yookiin jireenyi namaa fooyya'uu, jirun namatti toluu. 3. waan akka dammaa arrabaan ilaaluu; Erga bari'ee damma muuxate sana malee, homaa hinnyaanne.
Sponsors