1. waan qara qabuun addaan kutuu, walittii gargar baasuu. 2. madeessuu. 3. washalaa irraa kutuu. ...
ulee gabaabaa kan humnaa qilleensa keessa darbatanii waa ittiin rukutan, furguggee .
1. dhadhaa addaan of tuquu; Dhadhaa muudatee gabaa baye. 2. dhadhaa gar malee dibachuu; Maal ija...
1. gar malee waa dibamuu; Dhadhaa muudamteeti ijatti gadi baqe. 2. ergaa tokko bakkaan gawuu dirqama...
1. waan akka dhadhaa itti dibuµ. 2. garmalee dhadhaa dibuu. 3.akka baatuu ta'uuf filuu.
1. gosa tafkii kan gogaa miillaa urtee seentu, muuyalee. 2.dhortuu, kan namaan jiraattu.
gosa margaa dhedheeraa kan lafa gabbataatti margu, yeroo baay'ee kan horiin nyaattu.