muruu go.

GAO

Hiika

1. waan qara qabuun addaan kutuu, walittii gargar  baasuu. 2. madeessuu. 3. washalaa irraa kutuu.  4. balleessaa seeraan jigsuu.
Sponsors