tan yakka nama irratti hojjettu, tan hamaa namaaf hawwitu, falfaltuu. 2. tan moora ilaaltee waan si'...
yakka yookiin badii namatti hojjechuu, yaaduu, falfaluu; Abjuun dhukkubsatteen si arge jennaan, natt...
1 . mi 'a humni elektirikii kan konkolaataa oofuu danda'u keessaa burqu. 2. bishkileetii humna mooto...
qonna qal'oo qonna bal'aa gara mataa qarqara bakkee ooltu, kan yammuu qonna bal'aa qotuuf ka'an durs...
1. nama kan dhiyoo dhalate, kan ijoolleedhaa gadii, daa'ima. 2. nama guddaa kan bilchina hinqabne, k...