Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
miinjee
GAO

"birtaa'aa" ilaalaa.

miinzee
GAO

"birtaa'aa" ilaalaa.

miisisuu go.
GAO

akka miidhu gochu.

miistuu ad.
GAO

tan hojii beektu, tan harka toltu.

miixachuu go.
GAO

1. garaa keessa  waanti jiru akka bawuuf qilleensa keessatti fudhatanii gadi dhiibuu; Dawumsi qabee...

miixuu ma.
GAO

waan nama miixachiisu, ciniinsuu.

mijilloo
GAO

"muujalee" ilaalaa.

mijuu ma.
GAO

dhugaatii guutuu, abbaa seeraatti kennamee ittiin eebbi godhamu, (kan akka farsoo, daadhii.)

mil'acha
GAO

"mil'ata" ilaalaa.

mil'achuu go.
GAO

ijaan al tokko qixa tokkoon ilaaluu.

mil'ata ma.
GAO

al  tokko ilaalcha.

mil'ataa ad.
GAO

tan mil'uudhaan ilaalu.

mil'attuu ad.
GAO

kan mil'uudhaan ilaaltu.

mil'uu ma.
GAO

ilaalcha al  tokkoo; Hamma mil'uu ijaatti jalaa bade.

milaanmilcha .ma.
GAO

dubbii dhaaba dhabsiisa.

milaanmilchiisuu go.
GAO

akka milaan milchu gochuu.

milaanmilchuu go.
GAO

dubbii dhaaba dhabsiisuu, mimmiliqsuu.

milaanmuchaa ad.
GAO

kan dubbiin isaa dhaaba hinqabne, seesaa .

milachiisuu go.
GAO

akka mil'atu gochuu.

milikkita
GAO

"mallattoo" ilaalaa.

Sponsors