miixachuu go.

GAO

Hiika

1. garaa keessa  waanti jiru akka bawuuf qilleensa keessatti fudhatanii gadi dhiibuu; Dawumsi qabeeti miixachaa jirti. 2. dhiphimni nama irra gawuu.
Sponsors