Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
mi'aawuu go.
GAO

1. gatiin waan bitamuu tokko isa duraa darbuu. 2. arrabaan yoo tuqan namatti toluu, camii qabaachuu....

mi'eeffachuu go.
GAO

waan tokko wajjin 'eega wal Laranii waan sana irraa jaalala qabaachuu.

mi'eeffataa ad.
GAO

faayidaa wayii gadi fageessee kan beeku, kanumaafuu waan sana kan baay'ee barbaadu; "Mi'eeffataan da...

mi'eessuu go.
GAO

akk mi'aawu gochuu.

mi'ii ma.
GAO

aannan o'aa reefuu elmamu; "Mi'eeffattee mi'ii untee, mataa gogaa deemte."

mi'oo
GAO

"mimmi'oo 2 " ilaalaa.

micciiramtuu ad.
GAO

tan tole hinjenne,jalloo.

micciiramuu go.
GAO

soroora akka hintaane ta'uu, daddabaa tasifamuu; Micciiramu malee funyoon hinfoyamu.

micciirraa ma.
GAO

1. akkaataa waan ta'e ittiin micciiran, 2. bassoo dhadhaa baksaa baay'ee itti naqanii, sukkuumanii q...

micciirrachuu go.
GAO

micciirraa qopheeffachuu.

micciirramuu
GAO

"micciiramuu" ilaalaa.

micciiruu go.
GAO

1. akka duraan ture irraa gara biraatti dabsuu. 2. nyaata micciirraa jedhamu gopheessuu.

miccira ma.
GAO

soroora dhabsiisa, dabaa taasisa.

micicaa ma.
GAO

hundee migiraa kan migirri irratti biqilu.

miciirsisuu go.
GAO

akka micciiramu gochuu, karaa irraa dabsiisuu.

miciraan
GAO

"mixiree" ilaalaa.

miciree 2 ma.
GAO

1. "mixiree" ilaalaa. 2. waan akka miciree mukaa kan dhaqna namaa keessatti argamtu;Miciree mudaammu...

Miciree ma.
GAO

muka gaggabaabaa wal biratti biqilu, muka gujjii.

midda
GAO

"mirga 1" ilaalaa.

middiisa ad.
GAO

dhiira dhiiraa wajJin akka dubartiitti jiraatu, bukkee, sangaa raadaa, washanee; "Waan waaqaa hinbee...

Sponsors