Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
mi'aawuu go.
mi'aawuu go.
GAO
Hiika
1. gatiin waan bitamuu tokko isa duraa darbuu. 2. arrabaan yoo tuqan namatti toluu, camii qabaachuu. 3. jaallatamuu, barbaacha yookiin fedhii argachuu.
Sponsors