Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
292 Jechoota
lallaaftuu
GAO

1.Buddeena lasee tokkon nyaadhe. 3. kan amala gaarii nama hinquuqne qabu, kasoo; Lasee durbaa.

lallaba ma.
GAO

1.dubbii sagalee ol fuudhanii dubbatan; Ati lallaba malee dubbii hindandeessuu? 2.barsiisa macaafa Q...

lallabaa ad.
GAO

kan lallabuu baayisu.

lallabbii ma.
GAO

gocha lallabuu, keessumattuu haasaa ija hinqabneef; Akkasumaan lallabbii baay'isa.

lallabduu ad.
GAO

kan dubbattee hindadhabne, xibaartuu, odeessituu.

lallabsuu 1 go.
GAO

lallaba dhageessisuu.

lallabsuu 2
GAO

"lallaba" ilaalaa.

lallabuu go.
GAO

lallaba gochuu.

lama ad.
GAO

lakkoofsa tokkotti aanuufi sadiin dura dhufu;Tokko,lama, sadii.

lamaanuu
GAO

"lachanuu" ilaalaa.

Lamee 2 ma.
GAO

waan yeroo lammaffaaf godhamu; Lammee dhugii deemii.

lammacha ma.
GAO

horii ilkaan lama cabsate; Saani ati lammacha Jettee bitte ilkaan tokkoyyuu hinqabdu.

lammaffaa
GAO

"lammata" ilaalaa.

Lammaffoo ma.
GAO

guyyaa Wiixata, Dafinoo yookiin Hojja dureetti aanee dhufu,Facaasaa, Bal'oo, Kiibxata.

lammata ad.
GAO

kan jalqabatti aanee si'a lakkoofsaa dhufu, lammaffaa,lammeessoo, ammata balleessaa akkasiitti hinde...

lammee 1 ad.
GAO

yeroo lammaffaaf.

lammeeffachuu go.
GAO

lammaffaa argachuu, dabalchuu; Buna lammeeftachuu.

lammeessoo
GAO

"lammata" ilaalaa.

lammeessuu go.
GAO

tokko irratti dabaluu, lama gochuu; Ilma lammeessuu.

lammii duubaa ad.
GAO

gosa yookiin fira dhiigaan wal irraa fagaate.

Sponsors