rifeensa mataa lallaafu, rifeensa qiciicaa hinta'an; Rifeensa luuccaan nama hinrakkisu.
akka luucca'u taasisuu, gara tokkotti wal duukaa jigsuu yookiin ciibsuu; Qilleensi xaafii luuccesse.
nyaatanii yookiin dhuganii fixuu; Inni aannan coocoo tokko luufu malee manaa hinbawu.
meeshaa sibiilaafi teepha irraa hojjetamee afaan horii fe'umsaa (gaangee, farda) keessa galchuudhaan...
1.luugamaan qabamuu yookiin luugamni itti keewwamuu; Gaangeen kun luugamamuu barbaachisa.2. akka hin...
1.luugamaan qabsiisuu. 2. akka hindubbanne gochuu; Mucaa kee afaan luugamtee, maaliif hindubbatuu?
1.kan aannan luuguudhaan, (keessumattuu lafati kaatti) beekamu. 2. kan nama deegsu (baay'ee nama irr...
baaqelaa asheetii kan qolaa wajjin affeelamu; Luugoo baaqelaa irra keessee na eegde.
lafa qargara, aannoo bishaanii jiru keessumattuu kan kaloo qabu; Horii kana luugoo sanattitti gees...