Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
hula ma.
GAO

aara yookiin foolii kenna.

hulaa 1 ma.
GAO

1. karaa ittiin seenan yookiin ba'an, balbala. 2. daandii qal'oo kan biyya tokkoo biyya biraatti nam...

hulaa 2 ad.
GAO

kan ulan; Hulaa gaaguraa dhaqe.

hulachuu go.
GAO

1. foolii gaarii fuunfachuu. 2. waan foolii gaarii qabu ofitti aarsuu. 3. foolii gaarii meeshaa ofii...

hulamaa ad.
GAO

kan ulame.

hulbata ma.
GAO

1. nyaata yookiin dhugaatii sunqoo yookiin abishii irraa qophaa'u. 2. waxii sunqoo irraa qophaa'u.

hulchiisuu go.
GAO

akka hulu yookiin hultu gochuu.

hulee 1 ma.
GAO

1. muka qal'aa jabaataa kan qabachuuf yookiin wayi ittin rukutuuf qabatanii deeman, ulee. 2. wayiin ...

hulee 2 ma.
GAO

bakka, iddoo; Hulee tanatti lammata akka sin agarre·.

huliiluu go.
GAO

akka hulu, hultu gochuu.

hulluuqa ma.
GAO

keessa fulla'a, lowa yookiin baya. hulluuqaa ad. kan keessa hulluuqee bawu, qaruutee.

hulluuqaifachuu go.
GAO

akka hulluuqu gochuu.

hulluuqsifamuu go.
GAO

keessa baafamuu, loofamuu yookiin fullaafamuu.

hulluuqsuu go.
GAO

keessa baasuu, loosuu.

hulluuquu go.
GAO

keessa bawuu, lowuu.

hulmaa bawuu go.
GAO

bakka da'anii ciisanii ka'uu.

hulmaa ciisuu go.
GAO

da'anii ciisuu.

hulmaa ma.
GAO

diinqa da'iisaa, bakka dubartiin itti deessu.

hululi ma.
GAO

meeshaa muuziqaa keessattuu kan shambaqqoo qaawwa itti baasanii afuuraan afuufaa qubaan tabatan ulul...

huluu go.
GAO

waan foolii gaarii qabu itti aarsuu

Sponsors