Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
hulee 1 ma.
hulee 1 ma.
GAO
Hiika
1. muka qal'aa jabaataa kan qabachuuf yookiin wayi ittin rukutuuf qabatanii deeman, ulee. 2. wayiin rukuta, dhaanama; Nan dhaana jedheeti hulee quufee gale.
Sponsors