1. akka du'u gochuu, ajjeesuu. 2. rakkoo irraa (keessaa) baasuu, boqochiisuu.
dhibee, rakkoo, dadhabbii, w.k.f. irraa hiikamuu, boqonnaa argachu. 2. namni rakkina guddaa keessa j...
1. du'iisa; Baay'ee dhibamee keleessa hobbaafate. 2. rakkoo keessaa bayiisa, boqonnaa.
1. muka akka gaarii kan qotileen harkiftee midhaan hoogdiitti guuran. 2."jabaloo" ilaalaa.
bubbee marfamaa deemu kan awwaaraafi huuba yookiin waanuma danda'u mara waaqatti ol kaasu; Hobombole...