Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
hobomboleettii ma.
hobomboleettii ma.
GAO
Hiika
bubbee marfamaa deemu kan awwaaraafi huuba yookiin waanuma danda'u mara waaqatti ol kaasu; Hobomboleettiin citaa mana irraa diige.
Sponsors