Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
haamsisuu go.
GAO

akka haamu yookiin haamtu gochuu.

haamtuu 1 ad.
GAO

nama midhaan, marga, citaa w.k.f. muru yookiin murtu.

haamtuu 2 ma.
GAO

sibiila yookiin meeshaa waa ittiin haammatan.

haancaa
GAO

"hancaqe" ilaalaa

haangaa
GAO

"haangii" ilaalaa.

haangii ma.
GAO

1.kutaa yookiin buusaa muku akka shimala yookiin shankooraa irratti muldhatu, humno; Shankooraa kana...

haannanuu go.
GAO

hirribakeessaa utaalanii ka'uu, bininjechuu.

haannanuu go.
GAO

hirribakeessaa utaalanii ka'uu, bininjechuu.

haanquu 1 ma
GAO

1.raammoo haangii baay'ee qabu kan mar'immaan keessa jiraatu: 2. buusaa yookiin ija mukaa kan heexoo...

haanquu 2 ma.
GAO

jalaa qaba tabaa kan ijoolleen akka callistu galgala galgala jedhan: Jim, waan godo godoo? "Deebiin ...

haanxaa
GAO

"haanxii" ilaalaa.

haanxii ma.
GAO

falaxaa mukaa kan qaqallatee xixiqqaatu; Haanxiin miilla isaa waraane.

haaqaa ma.
GAO

mi'a mana keessattiittiin hojjetan.

haaqaa ma.
GAO

mi'a mana keessattiittiin hojjetan.

haaqooqxuu 2 ma.
GAO

mi'a akka faldhaanaa kan wayiin haqooqan yookiin duguugan.

haara'uu go.
GAO

haaraa ta'uu; Mootaa hamma te'e suphan haaraa hinta'u.

haaraa ad.
GAO

waan duraan hinargamne, hinhojjetamne yookiin hindhaga'amne, kan dhiwoo hojii irra oole, moofaa kan ...

haarawa
GAO

"haaraa" ilaalaa.

haaraya
GAO

"haaraa" ilaalaa.

haarechiisuu
GAO

"haaressiisuu" ilaalaa.

Sponsors