haangii ma.

GAO

Hiika

1.kutaa yookiin buusaa muku akka shimala yookiin shankooraa irratti muldhatu, humno; Shankooraa kana haangiitti muri. 2. jidduu buusaa shimalaa.
Sponsors