Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
herregamaa ad.
GAO

abdatamaa.

herregsiisuu go.
GAO

akka herregu gochuu.

herreguu go.
GAO

waan ta'e argachuuf abdii godhachuu.

hetechuu
GAO

"hetessuu" ilaalaa

heteffachuu
GAO

"hetessuu" ilaalaa.

hetessuu go.
GAO

waan hojjedhu jedhaman namni biraa maaliif hinhojjenne jedhanii diduu morkachuu; Dabaloon wal hetess...

hetoo ma.
GAO

abalu akkana, akkana haa godhu malee ani hingodhu jedhanii diddaa agarsiisa, morkii; "Karri hetoo ba...

hi'ii
GAO

"hindhoo" ilaalaa.

hi'inkoo
GAO

"hindhoo" ilaalaa.

hibbiqii ma.
GAO

huuba, alabaa midhaan dha'amee; Yoo hibbiqii tuullatan bonni hammaatullee qallaba horiitiif hinrakka...

hibboo
GAO

"hiibboo" ilaalaa.

hiciqii
GAO

"didhaa" ilaalaa.

hida'a
GAO

"ida'a" ilaalaa.

hida'achuu
GAO

"ida'achuu" ilaalaa.

hida'amuu
GAO

"ida'amuu" ilaalaa

hidaasisuu go.
GAO

akka hida'u gochuu.

hiddaa 1 ma.
GAO

meeshaa mukaafi ribuu irraa hojjetamee jirbii ittiin hiddan.

hiddaa 2 ad.
GAO

1.kan ilkee nama waraanu. 2. waan hiddame.  Hiddaa kanniisaatu quba dhiitesse.

hiddaa ad.
GAO

sanyii mukaa kan lafa irra loowu yookiin mukatti marmee margu; kan wayiin hidhan. 2. hundee biqiltuu...

hidduu 1 go.
GAO

1.kanniifni, sonsi, w.k.f. nama waraanuu. 2. waan qara qabuun hidda dhiigaa waraananii dhiiga keessa...

Sponsors