Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
hiddaa ad.
hiddaa ad.
GAO
Hiika
sanyii mukaa kan lafa irra loowu yookiin mukatti marmee margu; kan wayiin hidhan. 2. hundee biqiltuu yookiin mukaa. 3. karaa dhiigni qaama namaa keessa yaa'u. 4. firooma namni wal irraa qabu; Namni hidda yoo dha'atu sanyii tokko.
Sponsors