1.foon JaJi'uun fannisanii gogsuu 2. abiddarra yookiin abidda cinaa qabanii karkarsanii bilcheessuu.
kutaa mana keessaa kan diinqaa gadii, bakka farada, hoolaa yookiin Jabbii itti hidhan; Kan golacci d...
1. ala ooluu calqabuu; Jabbilee xixiqqoon sun golaa balali'u qaba. 2. godoo misirrootii,yookiin da'u...