Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
gaafa farso ad.
GAO

gaafa farsoo dhuganii machaa'an, gaafa quufaa; "Gurroolee yaa muka seegee cabee, yaa hiriyaa gaafa f...

gaafa halle da.go.
GAO

gaafa hundaa, guyyaa hunda.

gaafa hundaa da. go.
GAO

dhiitee bariitee, yeroo hunda, guyyaa hunda.

gaafa rakkoo ad.
GAO

yeroo hamaa, guyyaa rakkinni jiru; "Gurroolee yaa muka seegee cabee, yaa hiriyaa gaafa farsoofi hara...

gaafachiisuu go.
GAO

akka gaafatu gochuu.

gaafachuu go.
GAO

1. gaaffii namaa tokkoo dhiyeessuu, qorachuu; Daa'imni xixiqqoon waa hunda gaafachuu gµddisti. 2. d...

gaafata ma.
GAO

dubbii wallaala ofii muldhisanii beekumsii akka namaa kennamu ittiin godhamu, dubbii amni waan ta'e ...

gaafatamaa ad.
GAO

nama gaaffiin ta'e dhiyaateef.

gaafatamuu go.
GAO

1. waayee waan ta'ee gaaffiin namaa dhiyaachuu, akka deebisa kennan godhamuu. 2. waan keessa jiran b...

gaaffii
GAO

"gaafata" ilaalaa.

gaagura ma.
GAO

meeshaa kanniisa itti galchan yookiin itti horsiisan.

gaagurtuu ad.
GAO

nama gaagura fannisee, kanniisa horsiisee damma gurguratee jiraatu.

gaala 2 da.go.
GAO

1."guyyaa 3, 4" ilaalaa. 2. bara jireenya nama tokkoo.

gaala ma.
GAO

kotte duudaa gammoojjii keessa jiraatu, kan mormi dheeraa dugda wadhakkaan ol jedhu, kan fe'iisaafi ...

gaalamoota ad.
GAO

dubartii dhirsa hinqabne, keessattuu kan dhirsi irraa du'e.

gaalcha dhabuu go.
GAO

fakkaachuu diduu, ta'uu hafuu yookiin. ta'iitii dhabuu.

gaalcha ma.
GAO

waan tokko baay'isanii fakkaacha; Daalachi adiitti gaalcha.

gaalchuu go.
GAO

waan ta'e baay'isan fakkaachuu, tokkotti baay'isanii dhiyaachuu; Fardi odolchi kun gara adiitti gaal...

gaalee 1 ma.
GAO

mi'a lolaa kan gogaa roobii irraa hojjetamu,kan yeroo lolaa ofi irra qaban yookiin waan akka ulee ta...

gaalee 2 ma.
GAO

gosa hiddaa kan qoree xixiqqoo dhaqna irraa qabu.

Sponsors