gaalee 1 ma.

GAO

Hiika

mi'a lolaa kan gogaa roobii irraa hojjetamu,kan yeroo lolaa ofi irra qaban yookiin waan akka ulee takkaayisee  ittiin ofi irraa qolan, gaachana.
Sponsors