Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
gatii qabeessa ad.
GAO

kan gatii guddaa baasu mi'aayaa.

gatiittii
GAO

"gateettii  ilaalaa.

gatuu go.
GAO

1. irraanfatanii alatti dhisuu yookiin haabadu jedhanii of irraa darbuu; Tiksee dhibooftuun horii ga...

gawisoo ma.
GAO

gosa raachaa kan luka torba qabu, torbaan yookiin torbaan ciniinaa.

gayyaa ma.
GAO

niitii obboleessa abbaa.

gebicha. ma.
GAO

mi'a hiddaafi lemmanni yookiin waan biraa irraa dha'amu, kan yeroo hedduu faltiidhaan lolla'ameedhaa...

gebira ma .
GAO

1. waan hojjetaniif kan waan argataniif baasa ofummaaf kennan. 2. nyaata namaa laatan; Korma qaleeti...

geebaa 1 ma.
GAO

1.(qaanii)qaama saalaa dhiiraa kan gara malee guddaa ta'e.

geecha
GAO

"geessa" ilaalaa.

geechamuu
GAO

"geessamuu" ilaalaa.

geechisuu
GAO

"geessisuu" ilaalaa.

geechuu
GAO

"geessuu" ilaalaa.

geedala
GAO

"sardiida" ilalaa.

geeffachuu go.
GAO

waan ta'e ofiif jedhanii bakkee tokkoo fuudhanii bakkee biraatti dhaqachuu.

geeffamuu
GAO

"geessamuu" ilaalaa.

geega'oo ma.
GAO

1. horii warri intalaa gaafa heerumaa dhirsa intalaatiif kennan 2. dhaala intalli heerumte gaafa abb...

geejjiba ad.
GAO

1. horii fe'umsaa yookiin yaabbii kan hinleenjifamin. 2. horii fe'umsaa oolu. 3. kan hinbaratiin, ka...

geejjii
GAO

"gemmii" ilaalaa.

geemmoo ma.
GAO

dhakaa eelee, okkotee, w.k.f, yommuu waa bilcheessan 1rra dhaaban, sunsuma, gemjii, gullichaa.

geerara ma.
GAO

sagalee sirbaatiin mirga ofii yookiin yaada mirga argachuuf qaban himacha, dhaadacha, gerara; Namni ...

Sponsors