gatuu go.

GAO

Hiika

1. irraanfatanii alatti dhisuu yookiin haabadu jedhanii of irraa darbuu; Tiksee dhibooftuun horii gatuu guddisti; Haraa bakkuma hundatti gatuun fayyaaf hintolu. 2. dhiisanii deemuu yookiin deddeebi'an11 gaafachuu yookiin gargaaruu dhiisuu; Na eegi jennaan na gattee kobaa kee deemtee? Abbaafi haadha ofii gatuun baay'ee fokkisaadha.
Sponsors