Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
gatachuu go.
GAO

odoo yeroon dhalaa hingayin balaa adda addaatiin ilmoon garaadhaa bawuu.

gatamaa 1 ad.
GAO

kan jibbamee ha'ame yookiin irraanfatamee alatti hafe.

gatamaa 2 ma.
GAO

maqaa mukaa.

gatamuu go.
GAO

waan Jibbaniif beekaa yookiin odoo hinbeekin, tasa odoo hingalfamin alatti dhiifamuu.

gatanba'ii ma.
GAO

damma odoo hinmuramiin baay'ee ture, dilbii dammaa.

gatannaa ma.
GAO

1. odoo dhala hingayin garaadhaa baafacha. 2. odoo bakka hingayin hanqacha.

gatantara ma.
GAO

bitaafi mirgatti yookiin asiifi achi daddarbama.

gatantarsiisuu go.
GAO

akka gatantarsu gochuu.

gatantarsuu go.
GAO

akka gatantaru gochuu.

gatantaruu go.
GAO

bitaafi mirgatti yookiin asiifi achi daddarbamuu; Ba'aa ulfaataa yoo baatan jalatti gatantaru.

gatata ma.
GAO

jabbii yookiin dhala horii kan guyyaa dhalatu odoo hingayin balaa adda addaatiin du'ee garaa keessaa...

gateettii 1 ma.
GAO

qaama bitaafi mirga mormaa Jiru kan ba'aa irratti baatan, gatiittii.

gateettii 2 ma.
GAO

qotilee camadanii ittiin qotan lamaan keessaa tokko, morma.

gateettii irraan ilaaluu go.
GAO

nama tuffachuu, gaanyii barbaaduu.

gateettii qabaachuu go.
GAO

kabaja argachuu, sodaatamuu.

gatii baasuu go.
GAO

1. gatiin isaa guddaa ta'uu. 2. gatii kennuu (kaffaluu).

gatii dhoofsisuu go.
GAO

gatii ittiin waa tokko gurguran gaafachuu.

gatii ma.
GAO

1. hamma wanni ta'e ittiin bitamu.yookiin itti gurguramu; Gatiin sangaa kanaa meeqa? 2. bu'aa yookii...

gatii muruu go.
GAO

hamma wanni ta'e baasu irratti walii galuu, gatii irratti walii galuu.

gatii nyaachuu go
GAO

1. gatii waan ta'ee fudhachuu. 2. gatii ittiin bitame yookiin aannaa baasuu dadhabuu.

Sponsors