Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
gatii ma.
gatii ma.
GAO
Hiika
1. hamma wanni ta'e ittiin bitamu.yookiin itti gurguramu; Gatiin sangaa kanaa meeqa? 2. bu'aa yookiin faayidaa; Akkanumaan dubbii baayiisuun gatii hinqabu.
Sponsors