Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
gaacbana
GAO

"gaalee 1" ilaalaa.

gaadaa ma.
GAO

kutaa manaa kan sibsaabii jalaan manatti naana'ee ijaaramee balballi mana keessan bawu.

gaadamuu go.
GAO

1. fuullee odoo hinbaasin dhoksaadhaan waayeen namaa baramuu, dhoksaadhaan towatamuu. 2. lolaaf barb...

gaaddidduu ma.
GAO

gaaddisa namaa yookiin horii; Gaaddidduun yoo deeman nama faana deemti, yoo dhaabbatan hindhaabbatti...

gaaddisa ma.
GAO

1. lafa aduun irra hinbuune; Gaaddisa mukaa jalatti qabbaneeffate. 2. nama gaafa rakkoo rakkina kees...

gaaddisiisuu go.
GAO

akka gaaddisni bu'u yookiin argamu gochuu.

gaadduu
GAO

"keettoo" ilaalaa.

gaadi'a ma.
GAO

1. sa'a tole jettee dhaabbattee hin'elmamne yookiin nama dhiittu gaadiidhaan mogolee ishee lamaan wa...

gaadi'achuu go.
GAO

mogolee sa'aa lamaan elmachuuf gaadiin hidhachuu.

gaadi'amaa ad.
GAO

kan gaadi'oon hidhame yookiin rakkoon qabame.

gaadi'amuu go.
GAO

1.mogoleen lamaan odoo hinwarraaqin saani dhaabbattee akka elmamtuuf walitti hidbamuu. 2. akka hin'u...

gaadi'oo ma.
GAO

luka horii kan duubaa bakka gaadiin irra oolu.

gaadi'uu go.
GAO

1.mogolee sa'aa lamaan odoo nama hindhiitin dhaabbattee akka elmamtuuf gaadiin hidhuu. 2. akka hin u...

gaadii 1 ma.
GAO

teepha yookiin funyoo sa'a elmuuf mogqlee lamaan walitti ittiin hidhan.

gaadii 2 ma.
GAO

soomii guyyaa cuuphaa(ximqata)fi guyyaa gannii /qillee/ du'a sooman, keessumattuu amantii kiristana.

gaadisiisuu go.
GAO

sa'a elmuuf akka gaadi'amtu qarqaaruu.

gaaduu go.
GAO

fuullee odoo hinbaasin dhoksaadhaan waayee namaa baruu.

gaafa 1 ma.
GAO

waan jabaataa akka lafee kan cinaa lamaan mataa horiitti yookiin bineessaatti margu; "Ariifataan war...

gaafa baasuu go.
GAO

1. horiin yookiin bineensi gaafa magarsuu. 2. dulloomuu yookiin gaa'ela jala darbuu; Si'achi gaafa b...

gaafa baldhinaa ad.
GAO

yeroo gaafa hamaan hinjirre, guyyaa gammachuu.

Sponsors