Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
gaadi'a ma.
gaadi'a ma.
GAO
Hiika
1. sa'a tole jettee dhaabbattee hin'elmamne yookiin nama dhiittu gaadiidhaan mogolee ishee lamaan walitti hidha. 2.akka fuunduratti hindeemne yookiin hinjabaanne godhanii rakkisa; Hiyyummaatu isa gaadi'e malee yaadni isaa guddaadhayyu.
Sponsors