Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
galchuu go.
GAO

1. akka galu gochuu; Horii mooraatti galchuu. 2. waan liqeeffatan yookiin ergifatan abbaaf deebisuu;...

galda'a ma.
GAO

1. utaalcha leencaa yookiin qeerransaa. 2. lafa ga'anii yookiin of gatanii ciisa.

galda'uu go.
GAO

1 . akka qeerransaa yookiin leencaatti utaaluu. 2. of gatanii lafa ga'anii ciisuu.

galee ad.
GAO

1. nama qeyee ofii gadi dhiisee qeyee ormaatti galu yookiin saree warra ofii dhiistee ormatti galtu....

galfachuu
GAO

ofiif jedhanii akka galu gochu.

galgala ma.
GAO

yeroo biiftuun lixxu, yeroo horiin galtu.

galgalaa'uu go.
GAO

galgalli ga'uu,.aduun dhiitee dukkanni jalqabuu.

galgaleeffachuu go.
GAO

yeroo amma galgalaa'utti turuu.

galii 1 ma.
GAO

1. meeshaa suphee irraa hojjetamu. 2. "qiraacii" ilaalaa.

galii 2 ad.
GAO

nama biyya ofiitii godaanee biyya ormaatti galu; Galiin biyya keessa jiraattu fakkaatti. 2. nama man...

galiisa
GAO

"gala1,2 " ilaalaa.

galma 1 ma.
GAO

mana ayyaana keessatti bulchan yookiin kabajan. 2. mana guddaa yaa'in keessatti wal gawu.

galma 2 ma
GAO

"gala 1,2 " ilaalaa.

galma 3 ma.
GAO

waan hojjechuuf yaadan; Ati waan tokko Jalqabuu malee galmaan gawuu hinbeektuu?

galmoomsuu go.
GAO

akka hindhimmisne gochuu, dhim'uu dhowwuu; "Mana hingalmoomsin meexxin alaa galmoomsite."

galoo godhacbuu go.
GAO

qaawa godhatee bishaan seensisuu, holqa godhachuu.

galoo ma.
GAO

bishaan yeroo roobni roobee lafa irra yaa'u.,rooba lafa irra yaa'u, kan waan itti dhufe mara haree d...

galta'a ma.
GAO

gara wallaala, raata'a.

galta'uu go.
GAO

gara wallaaluu, raata'uu.

galtuu 1
GAO

"galee" ilaalaa.

Sponsors