galchuu go.

GAO

Hiika

1. akka galu gochuu; Horii mooraatti galchuu. 2. waan liqeeffatan yookiin ergifatan abbaaf deebisuu; kooraa ergifateeti galchuu dide. 3.bakkatti deebisuu; Ogeessatu harka buqqa'e bakkatti galcheef.
Sponsors