Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
daarbee ma.
GAO

gamboo xinnoo, dooccoo.

daarbee ma.
GAO

gamboo xinnoo, dooccoo.

daarii darbuu go.
GAO

1.bakka daangaa jedhame irra ce'uu; Maaliif daarii dabartee lafa koo qotattee? 2. waan namaaf godha...

daarii darbuu go.
GAO

1.bakka daangaa jedhame irra ce'uu; Maaliif daarii dabartee lafa koo qotattee? 2. waan namaaf godham...

daarsuu go.
GAO

uffata bituufii dhiisuu, qullaa deemsisuu; Daa'ima hindaarsin.

daarsuu go.
GAO

uffata bituufii dhiisuu, qullaa deemsisuu; Daa'ima hindaarsin.

daarusee ad.
GAO

of eeguu dhiisuu irraa kan ka'e tan waan daaraan itti galagale fakkaattu, boosettii; Dubarti daaruse...

daarusee ad.
GAO

of eeguu dhiisuu irraa kan ka'e tan waan daaraan itti galagale fakkaattu, boosettii; Dubarti daaruse...

daaruu go.
GAO

uffatni nama irratt dhumuu, qullaa ta'uu.

daaruu go.
GAO

uffatni nama irratt dhumuu, qullaa ta'uu.

daasee 1 ma.
GAO

1.citaa akka saleniitti yookiin gasaatti. foyamee fe'umsi akka gala hinquuqneef dugdatti aanan, raro...

daasee 1 ma.
GAO

1.citaa akka saleniitti yookiin gasaatti. foyamee fe'umsi akka gala hinquuqneef dugdatti aanan, raro...

daasii ma.
GAO

mana walakkeessi isaa ol ka'ee, garasiifi garanaan gadi jedhee ijaaramu, kan naanna'aa yookiin marfa...

daasii ma.
GAO

mana walakkeessi isaa ol ka'ee, garasiifi garanaan gadi jedhee ijaaramu, kan naanna'aa yookiin marfa...

daattuu ma.
GAO

nama bishaan irra balali'uu beeku; Ganna ganna laga guddaa daattuutu nama ceesisa. 2. kan midhaan c...

daattuu ma.
GAO

nama bishaan irra balali'uu beeku; Ganna ganna laga guddaa daattuutu nama ceesisa. 2. kan midhaan ca...

daatuu ad.
GAO

1. jaanxilaa(dibaaba). 2. bakka dawoo qabu, kan gaaddisa wayii jala jiru; Daatuun aduufi bokkaa nam...

daatuu ad.
GAO

1. jaanxilaa(dibaaba). 2. bakka dawoo qabu, kan gaaddisa wayii jala jiru; Daatuun aduufi bokkaa nama...

daawullaa ma.
GAO

1. midhaan quun'aa digdamaa, kuntaala lama. 2. waan cidiin itti guutamee dudda horii fe'umsaa jala ...

daawullaa ma.
GAO

1. midhaan quun'aa digdamaa, kuntaala lama. 2. waan cidiin itti guutamee dudda horii fe'umsaa jala k...

Sponsors