Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
daawullaa ma.
daawullaa ma.
GAO
Hiika
1. midhaan quun'aa digdamaa, kuntaala lama. 2. waan cidiin itti guutamee dudda horii fe'umsaa jala kaa'amu. 3. kan seera malee furdate yookiin foon isaa yabbate (arabsoodhaaf);Dhaqna daawullaa gotee! badi asii!
Sponsors