Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dooqaa ma.
GAO

jifaara yookiin faaya bifa adda addaa kan ittiin mi'a akka qabee 'aannanii bareechani, kan qajjisa m...

doorama ma.
GAO

kutaa seera Gadaa keessatti kan foolle fi luba gidduutti argamu;Namni baranni dooramaa, waggaa sadd...

doorama ma.
GAO

kutaa seera Gadaa keessatti kan foolle fi luba gidduutti argamu;Namni baranni dooramaa, waggaa sadde...

dooramuu go.
GAO

muudamaa mootummaa ta'uu, muudamuu, aanyaa ta'uu.

dooramuu go.
GAO

muudamaa mootummaa ta'uu, muudamuu, aanyaa ta'uu.

dooranii ma.
GAO

lolaa yookiin bishaan bakkee tokko ciisu, galoo.

dooranii ma.
GAO

lolaa yookiin bishaan bakkee tokko ciisu, galoo.

doorii ad.
GAO

1.seera Oromoo keessatti nama balleessaa godhe kan qucu yookiin adabu. 2. doorama.3. maqaa namaa.

doorii ad.
GAO

1.seera Oromoo keessatti nama balleessaa godhe kan qucu yookiin adabu. 2. doorama.3. maqaa namaa.

dooroma
GAO

"doorama" ilaalaa.

dooromuu
GAO

"dooramuu" ilaalaa.

doorsisa ma.
GAO

jecha yookiin gocha sodaachisa of keessaa qabu, keessumatti yoo akkas gochu,, baatte akkasin si godh...

doorsisa ma.
GAO

jecha yookiin gocha sodaachisa of keessaa qabu, keessumatti yoo akkas gochu,, baatte akkasin si godh...

doosee ma.
GAO

waraqata furdaa kan luukii keessatti qabatan; Manni seeraa yeroo baay'ee doosee wajjin malee himata ...

doosee ma.
GAO

waraqata furdaa kan luukii keessatti qabatan; Manni seeraa yeroo baay'ee doosee wajjin malee himata ...

doqna ad.
GAO

nama waan qabu namaa kennuuf waakkatu, sassataa arjooma hinqabne.

doqna ad.
GAO

nama waan qabu namaa kennuuf waakkatu, sassataa arjooma hinqabne.

dor'uu
GAO

"dhowwuu" ilaalaa.

dor'uu
GAO

"dhowwuu" ilaalaa.

dorgee ma.
GAO

waliin morkii fiigichaa, dorgommii. 2. hojii anatu caalaa anatu caalaadhaan hojjecha; Hojii guyyaa ...

Sponsors