doorama ma.

GAO

Hiika


kutaa seera Gadaa keessatti kan foolle fi luba gidduutti argamu;Namni baranni dooramaa, waggaa saddeettan har'aa waan luba ta'uuf dhadhaa kuusuu isa barbaachisa. 2. ergamaa mootummaa yookiin uummataa kan bakka wal gayii irratti yaada mootummaa yookiin uummataa ibsu.
Sponsors