Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dirqamsiisuu go.
GAO

dirqama isaa akka ba'u yookiin raawwatu gochuu.

dirqii ma.
GAO

waan gochuun yookiin hojjechuun nama irraa eegamu,dirqii, giddii; Gibira baasuun dirqama nama hojjet...

dirqii ma.
GAO

waan gochuun yookiin hojjechuun nama irraa eegamu,dirqii, giddii; Gibira baasuun dirqama nama hojjet...

dirra ma.
GAO

1. foon lafee dugda bitaa fi mirgaatti margu. 2. nyaata, wal qixxee; ilmi ayyaa dirra ilma keetiiti...

dirra ma.
GAO

1. foon lafee dugda bitaa fi mirgaatti margu. 2. nyaata, wal qixxee; ilmi ayyaa dirra ilma keetiiti.

Dirre Dhowaa ma.
GAO

dirree waa qabu, lafa gadi jedhaa. dirree dubarri baay'attu. maqaa magaalaa, tan baha oromiyaa kees...

Dirre Dhowaa ma.
GAO

dirree waa qabu, lafa gadi jedhaa. dirree dubarri baay'attu. maqaa magaalaa, tan baha oromiyaa keess...

dirree ba'uu go.
GAO

akka dirree irra koruu yookiin yaabuu; Achi dirreettii tabadhu!

dirree ba'uu go.
GAO

akka dirree irra koruu yookiin yaabuu; Achi dirreettii tabadhu!

dirree baasuu go.
GAO

1. dirree irratti akka bawu gochuu;Loon kaan dir'eetti baasii tiksi. 2. waan dhoksaa ture mul'isuu,...

dirree baasuu go.
GAO

1. dirree irratti akka bawu gochuu;Loon kaan dir'eetti baasii tiksi. 2. waan dhoksaa ture mul'isuu, ...

dirriba ma.
GAO

gaabii furdaa kessumattuu kan akka birdilibsiitti halkan uffatamu, kan baaqqee hintaane; Dirribni. d...

dirriba ma.
GAO

gaabii furdaa kessumattuu kan akka birdilibsiitti halkan uffatamu, kan baaqqee hintaane; Dirribni. d...

dirribbii ad.
GAO

"dirriba" ilaalaa.

dirribbii ad.
GAO

"dirriba" ilaalaa.

dirribii ma.
GAO

maqaa namaa.

dirribii ma.
GAO

maqaa namaa.

dirribsuu go.
GAO

dirriba (itti) uwwisuu; Gaabii irraan dirribsi. 2. dachaasuu, keessattuu waan akka birdilibsii, gaa...

dirribsuu go.
GAO

dirriba (itti) uwwisuu; Gaabii irraan dirribsi. 2. dachaasuu, keessattuu waan akka birdilibsii, gaab...

dirrisa ma.
GAO

sagalee yammuu abiddi boba'u dhaga'amu yookiin sagalee akkas fakkaatu.

Sponsors