dirribsuu go.

GAO

Hiika

dirriba (itti) uwwisuu; Gaabii irraan dirribsi. 2. dachaasuu, keessattuu waan akka birdilibsii, gaabii;Gaabii kana dirribsii natti uwwisi.
Sponsors