Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
diimaa ad.
GAO

bifa dhiiga fakkaatu.

diimaa ad.
GAO

bifa dhiiga fakkaatu.

diimaa adii ad.
GAO

bifa dlimaa gara adiitti gaalchu.

diimaa adii ad.
GAO

bifa dlimaa gara adiitti gaalchu.

diimaa bulloo ad.
GAO

bifa diimaa gara bullootti gaalchu.

diimaa bulloo ad.
GAO

bifa diimaa gara bullootti gaalchu.

diimaa magaala ad.
GAO

bifa diimaa gara magaalatti jiru yookiin gaalchu.

diimaa magaala ad.
GAO

bifa diimaa gara magaalatti jiru yookiin gaalchu.

diimachuu go.
GAO

bifaan diimaa ta'uu; Namni yoo jireenyi itti tole ni diimata.  Ijji bunaa yammuu bilchaatu nidiimat...

diimachuu go.
GAO

bifaan diimaa ta'uu; Namni yoo jireenyi itti tole ni diimata.  Ijji bunaa yammuu bilchaatu nidiimat...

diimessaa ma.
GAO

sibiila abidda keessa kaa'uudhaan diimessanii yeroo baay'ee horii dudda madaa ittiin gubanii fayyisa...

diimessaa ma.
GAO

sibiila abidda keessa kaa'uudhaan diimessanii yeroo baay'ee horii dudda madaa ittiin gubanii fayyisa...

diimessuu go.
GAO

akka diimaa ta'u gochuu.

diimessuu go.
GAO

akka diimaa ta'u gochuu.

diimillee 1 ad.
GAO

1. nama yookiin horii bifi diimaa. 2. biyyoo diimaa.

diimillee 1 ad.
GAO

1. nama yookiin horii bifi diimaa. 2. biyyoo diimaa.

diimillee 2 ma.
GAO

maqaa sa'aa kan bifi gogaa isee gara diimaatti gaalchu.

diimillee 2 ma.
GAO

maqaa sa'aa kan bifi gogaa isee gara diimaatti gaalchu.

diimina ma.
GAO

1. qabeenya bifa diimaa; Bonni magaala, diimina hinqabu! 2. foon dheedhii cooma hinqabne; Diimina n...

diimina ma.
GAO

1. qabeenya bifa diimaa; Bonni magaala, diimina hinqabu! 2. foon dheedhii cooma hinqabne; Diimina ny...

Sponsors