diimina ma.

GAO

Hiika


1. qabeenya bifa diimaa; Bonni magaala, diimina hinqabu! 2. foon dheedhii cooma hinqabne; Diimina nyaachuun heexoo nama qabsiisa. 3. sibiila abiddaan diimate, diimessaa; Namni tokko tokko niitii hamtuu diiminaan qaama isee guba.
Sponsors