Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
diddiiramuu go.
GAO

1. waanti bakkee tokko ture gara biraatti geeffamuu. 2. bifti duraa hafee yookiin badee bifti biraa ...

diddiirrachuu go.
GAO

gara biraatti dabarfachuu yookiin geeddarachuu, jijjiirrachuu.

diddiirrachuu go.
GAO

gara biraatti dabarfachuu yookiin geeddarachuu, jijjiirrachuu.

diddiirsisuu go.
GAO

akka diddiiru yookiin jijjiiru gochuu.

diddiirsisuu go.
GAO

akka diddiiru yookiin jijjiiru gochuu.

diddiiruu go.
GAO

1. bakka tokkoo kaasanii bakka biraatti geessuu; Dallaa diddiiruu. 2. bifa geeddaruu; Dhukkubni bif...

diddiiruu go.
GAO

1. bakka tokkoo kaasanii bakka biraatti geessuu; Dallaa diddiiruu. 2. bifa geeddaruu; Dhukkubni bifa...

didhaa itti gochuu go.
GAO

didhuu; Akkan niitii fuudhuuf didhaa natti gootuu?

didhaa itti gochuu go.
GAO

didhuu; Akkan niitii fuudhuuf didhaa natti gootuu?

didhaa ma.
GAO

waan namni biraa godhe gochuun namatti kan dhaga'amu, hiciqii;Abbaan Daffaar gafarsa ajjeesee anas d...

didhaa ma.
GAO

waan namni biraa godhe gochuun namatti kan dhaga'amu, hiciqii;Abbaan Daffaar gafarsa ajjeesee anas d...

didhii
GAO

"didhaa" ilaalaa.

didhuu go.
GAO

didhaa itti gochuu, duchiisuu, tuttuganii kaasuu.

didhuu go.
GAO

didhaa itti gochuu, duchiisuu, tuttuganii kaasuu.

didibbisa ma.
GAO

sagalee dibbee.

didibbisa ma.
GAO

sagalee dibbee.

didibbisuu go.
GAO

sagaleen akka dibbee dhaga'amuu.

didibbisuu go.
GAO

sagaleen akka dibbee dhaga'amuu.

didichiisuu go.
GAO

akka didichu gochuu.

didichiisuu go.
GAO

akka didichu gochuu.

Sponsors