diddiiramuu go.

GAO

Hiika

1. waanti bakkee tokko ture gara biraatti geeffamuu. 2. bifti duraa hafee yookiin badee bifti biraa argamuu. 3. waanti duraanii hafee kan biraa argamuu, keessattuu amalli; Amalli isaa har' umaa bor diddiirama. 4. mii.ni mi'aan geeddaramuu; Dur otoo birriin hindhufin mi'aan mi'i diddiiramaa ture.
Sponsors