mi'a akka gingilchaa kan waan jiidhaa akka bukoo ittiin waan hinbarbaadamne keessaa qulqulleessan.
gocha dhimbiibuu, fakkeenyaaf dhadhaa aannan keessaa baasa. 2. waan dhimbiibamee siicoon keessaa bay...
1. waan lallaafaa kan akka bukoo yookiin dhadhaa dhangala'aa keessaa baasuu; Dhadhaa dhimbiibdeeti b...
1. waan garaatti yaadan, kan hojjechuudhaaf yookiin raawwachuudhaaf nama giddisiisu, giroo. 2. wal a...
1. waan yaadan hojjechuu. 2. wal argee yookiin cidha qopheessanii nyaachisuu.
waanti hojjetan yookiin raawwatan fuuldura namaa jiraachuu. 2. giroo yookiin giddii qabaachuu.
dhimmuu roobsuu, cophni (yeroo baay'ee mana citaa keessaa) gadi dhangala'u (fakkeenyaaf bishaan) of ...
copha bokkaa kan yeroo baay'ee mana citaa keessaan gadi bu'u; "Karaa dhimmuun bu'u aarri hinargin, k...