dhimina ma.

GAO

Hiika

1. waan garaatti yaadan, kan hojjechuudhaaf yookiin raawwachuudhaaf nama giddisiisu, giroo. 2. wal argii kan dhangaa yookiin cidha qabu; Guyyaa boruu, dhimmatu mana isaa jira.
Sponsors