Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dhagna qabaa
GAO

"dhaqna qabaa" ilaalaa.

dhagna qabachuu
GAO

"dhaqna qabachuu" ilaalaa.

dhagna qabduu
GAO

"dhaqna qabduu" ilaalaa.

dhagna qabsiisuu
GAO

"dhaqna qabsiisuu" ilaalaa.

dhagna qabuu
GAO

"dhaqna qabuu" ilaalaa.

dhagnaan ba'uu
GAO

"dhaqnaan ba'uu" ilaalaa.

dhagnaan beekuu
GAO

"dhaqnaan beekuu" ilaalaa.

dhagnaan godhachuu
GAO

"dhaqnaan godhachuu" ilaalaa.

dhagooga ma.
GAO

dhaabbacha nafa hormaata dhiiraa.

dhagoogfachuu go.
GAO

nafti hormaata ofii dhaabbachuu.

dhagoogsuu go.
GAO

nafti hormaata dhiiraa akka dhaabbatu gochuu.

dhagooguu go.
GAO

nafti hormaata dhiiraa dhaabbachuu.

dhaha 1 ma.
GAO

harkaan yookiin uleedhaan waan biraa rukucha; Dhaha tokkoon kuffise. 2. garbuufi xaafii yookiin midh...

dhaha 2 ma.
GAO

waan waan hamaatti nama oofa jedhamee amanamu; Sa'a dhaha nyaachaa qabu bishaanitti itti oofuu hinba...

dhaha 3 ma.
GAO

bifaan yookiin amalaan waan biraa fakkeenya, itti baya, fakkaattii; Ilmi dhaha abbaati; Intalli dhah...

dhahachiisuu go.
GAO

akka dhahu gochuu.

dhahachuu go.
GAO

midhaan calleeffachuu miillaan rukutachuu; Farda dhahateeti rooba jalaa baye. 3. qabata dhibeetiin q...

dhahamuu go.
GAO

harkaan, uleedhaan, w.k.f., rukutamuu; Ijoolleen dhahamtu malee hinboossu.

dhahannaa ma.
GAO

waan abbaadhaaf dhimma baasu yookiin fayyadu harka ofiitiin hojjecha; Harkaan uffata dhahannaan bara...

dhahumsa
GAO

"dhaha"ilaalaa.

Sponsors