Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhaha 1 ma.
dhaha 1 ma.
GAO
Hiika
harkaan yookiin uleedhaan waan biraa rukucha; Dhaha tokkoon kuffise. 2. garbuufi xaafii yookiin midhaan biraa calleeffacha; Dhaha xaafiitu isa jaatanoomse. 3. hojii harkaa kan waan akka meexxii, citaa,rifeensaa, kirrii, w.k.f.wal keessa butan yookiin qaxxaamursan; Dhaha shurrubbaatu harka hadooche.
Sponsors