Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
caffee l ma.
GAO

1. marga lafa jiidha qabutti margu. 2. marga jiidha qabu.

caffee l ma.
GAO

1. marga lafa jiidha qabutti margu. 2. marga jiidha qabu.

cafii ad.
GAO

qabeenya baayee, guutuu.

cafii ad.
GAO

qabeenya baayee, guutuu.

cagadamuu go.
GAO

1.uleedhaan rukutamuu. 2.garmaleen muramuu; Mishingaan maasii tokko cagadameeti tuulame. 3.sirriitt...

cagadamuu go.
GAO

1.uleedhaan rukutamuu. 2.garmaleen muramuu; Mishingaan maasii tokko cagadameeti tuulame. 3.sirriitti...

cagadchiisuu gd
GAO

akka cagadu gochu

cagadchiisuu go.
GAO

akka cagadu gochu

cagadchiisuu go.
GAO

akka cagadu gochu

cagaduu go.
GAO

1. uleedhaan rukutuu; Xaafii kaasuu tokko cagadaniiti dhiyaana qopheeffatan. 2. baay'isariii muruu, ...

cagaduu go.
GAO

1. uleedhaan rukutuu; Xaafii kaasuu tokko cagadaniiti dhiyaana qopheeffatan. 2. baay'isariii muruu, ...

cagginaa'uu go.
GAO

cagginoo calale.

cagginaa'uu go.
GAO

cagginoo calale.

cagginoo goobanaa ma.
GAO

guyyaa addeessi guutee goobanu; Namni tokko tokko cagginoo goobanaa kee midhaan dhawuu hinjaalatu.

cagginoo goobanaa ma.
GAO

guyyaa addeessi guutee goobanu; Namni tokko tokko cagginoo goobanaa kee midhaan dhawuu hinjaalatu.

cagginoo ma.
GAO

1. guyyaa hojiin lagatamu. 2. guyyaa baatiin badu yookiin lixu; Cagginoo keessa geeshoon hinmuramu. ...

cagginoo ma.
GAO

1. guyyaa hojiin lagatamu. 2. guyyaa baatiin badu yookiin lixu; Cagginoo keessa geeshoon hinmuramu.

cagoo
GAO

"ciraa 2" ilaalaa

cakii ma.
GAO

obaarii xinno yookiin qonfarroo sibila qabu itti godhamee waa kotokkotan.

cakii ma.
GAO

obaarii xinno yookiin qonfarroo sibila qabu itti godhamee waa kotokkotan.

Sponsors