Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
cagaduu go.
cagaduu go.
GAO
Hiika
1. uleedhaan rukutuu; Xaafii kaasuu tokko cagadaniiti dhiyaana qopheeffatan. 2. baay'isariii muruu, rukutuu; Baallaa gaattiraa qottoodhaan cagade. 3. sirriitti nyaachuu; Hagadaa boqqolloo cagadeeti qufaan isa qabe.
Sponsors