Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
cimfachuu 2 go.
GAO

walitti kuufachuu, walitti conachuu .

cimfachuu 2 go.
GAO

walitti kuufachuu, walitti conachuu .

cimmaa
GAO

"ciimmaa" ilaalaa.

cimmaa 'uu
GAO

"ciimma'uu" ilaalaa.

cimmaa 'uu
GAO

"ciimma'uu" ilaalaa.

cimoo
GAO

"cimaa" ilaalaa.

cimsa 1 ma.
GAO

cimaa taasisa.

cimsa 1 ma.
GAO

cimaa taasisa.

cimsa 2 ma.
GAO

walitti kuusa, walitti conacha.

cimsa 2 ma.
GAO

walitti kuusa, walitti conacha.

cimsuu 2 go.
GAO

Walitti kuusuu, wallitti conuu.

cimsuu 2 go.
GAO

Walitti kuusuu, wallitti conuu.

cimsuul go.
GAO

humna godhachiisuu, jabeessuu.

cimsuul go.
GAO

humna godhachiisuu, jabeessuu.

cimuu go.
GAO

humna godhachuu, jabaachuu.

cimuu go.
GAO

humna godhachuu, jabaachuu.

cinaa ma.
GAO

1. karaa bitaa yookiin mirgaa, maddii; Isa cinaa  dhaabbateeti  eeboo darbate. 2. gartokkee, gami...

cinaa ma.
GAO

1. karaa bitaa yookiin mirgaa, maddii; Isa cinaa  dhaabbateeti  eeboo darbate. 2. gartokkee, gamis...

cinaacha 1 ma.
GAO

lafee qaqal'aa qaama namaa yookiin horii bitaafi mirga irratti argamu.

cinaacha 1 ma.
GAO

lafee qaqal'aa qaama namaa yookiin horii bitaafi mirga irratti argamu.

Sponsors