Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
ceerceersisuu go.
GAO

akka ceerceeru gochuu.

ceerceeruu go.
GAO

gumaa qola keessaa baasuu, xaraxaruu, qolqoluu; Nyaatee quufnaan asheeta baaqelaa ceerceeruu calqabe...

ceerceeruu go.
GAO

gumaa qola keessaa baasuu, xaraxaruu, qolqoluu; Nyaatee quufnaan asheeta baaqelaa ceerceeruu calqabe...

ceereedama
GAO

"cilaaddama" ilaalaa.

ceesisuu go.
GAO

akka  ceehu  gochuu.

ceesisuu go.
GAO

akka  ceehu  gochuu.

ceeyata ma.
GAO

dhibee ganna keessaa. luka duwwaa nama deemu qabu, keessattuu luka namaa gidduu kan dhodhoosu.

ceeyata ma.
GAO

dhibee ganna keessaa. luka duwwaa nama deemu qabu, keessattuu luka namaa gidduu kan dhodhoosu.

ceeyoo
GAO

"ceeyata" ilaalaa.

CH, ch
GAO

qubee Oromoo kan tartiiba digdamii torbaffaa irratti argamu.

cha fu.
GAO

maqaa booddeedhaan huddeelamee maqaan sun waan tanaan dura beekamu ta'uu isaa kan muldhisu; Fakkeeny...

characharsiisuu go.
GAO

akka characharu gochuu;Ilma ishii characharsiisteeti bu'aa isaatiin jiraatti.

characharuu go.
GAO

mi'a jimlaan bitanii xixiqqeessanii yookiin tokko tokkoon gabaa yookiin suuqii keessatti gurguruu.

charchaarii ad.
GAO

nama mi'a characharu.

charchaarsisuu
GAO

"characharsiisuu" ilaalaa.

chee je.
GAO

sagalee harree, farda ittiin apeemsisan; Yoo chee jedhanii miillaan qirqirsan fardi nigulufa; Chee! ...

cheekii ma.
GAO

tikeeta mana baankiitii horii ittiin aafatan.

cheenchii ma.
GAO

shilingii (dur) kan lamaan.isaa qarshii tokko ta'u.

cheey
GAO

"chee" ilaalaa.

Chiichii ma.
GAO

maqaa qawwee; Mawzeeriin tokko tokkoon guuraa, Chiichii bitadhu isatu al tokkoon siif haxaa'aa.

Sponsors