cha fu.

GAO

Hiika

maqaa booddeedhaan huddeelamee maqaan sun waan tanaan dura beekamu ta'uu isaa kan muldhisu; Fakkeenyaaf jechoonni "nama" yookiin"gurbaa" jedhaman yoo kanaan dura warra dubbachaa jiru biratti beekaman ta'e, namicha waami, gurbicha ergadhu jechuun nidanda'ama.
Sponsors