Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
Boqojjii 2 ma.
GAO

magaalaa kutaa biyya Arsii keessatti argamu.

Boqojjii 2 ma.
GAO

magaalaa kutaa biyya Arsii keessatti argamu.

boqonnaa ma .
GAO

"boqota" ilaalaa. 2. iddoo itti baafatan, bayyanatan. 3 . kutaa guguddaa ki taabni itti qoodamu.

boqonnaa ma .
GAO

"boqota" ilaalaa. 2. iddoo itti baafatan, bayyanatan. 3 . kutaa guguddaa ki taabni itti qoodamu.

boqoonqama
GAO

lafa galoon nyaatee gadi fageesse, kan yoo seenanbawuun namatti hintolle. boqotama. afuura baafacha,...

boqqolloo bocoocoo ma .
GAO

boqqolloo buraaburree kan diimaafi adii makaa qabu.

boqqolloo bocoocoo ma .
GAO

boqqolloo buraaburree kan diimaafi adii makaa qabu.

boqqolloo ma.
GAO

midhaan agadaa kan lafa o'aa (gammoojjii) fi badda daree ta'etti margu, kan 'aangii irratti suuqqate...

boqqolloo ma.
GAO

midhaan agadaa kan lafa o'aa (gammoojjii) fi badda daree ta'etti margu, kan 'aangii irratti suuqqate...

boraasuu go.
GAO

akka mataa ol qabuuf boraatii mataa jala kaawuu.

boraasuu go.
GAO

akka mataa ol qabuuf boraatii mataa jala kaawuu.

boralee
GAO

"boolalee adii"

borara 1
GAO

"hadaa"  ilaalaa.

borara 1
GAO

"hadaa"  ilaalaa.

borara 2 ad.
GAO

qixxaa qarqarri waan hinbilchaanne fakkaatu, kan daakuun irratti goge.

borara 2 ad.
GAO

qixxaa qarqarri waan hinbilchaanne fakkaatu, kan daakuun irratti goge.

borara 3
GAO

"baakaa"   ilaalaa.

borara 3
GAO

"baakaa"   ilaalaa.

borborii ma.
GAO

biyyee diimaafi gurraacha makaa.

borborii ma.
GAO

biyyee diimaafi gurraacha makaa.

Sponsors